Lallaba 2:24 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo24 Namni nyaatee, dhugee, wanta hojjetettis gammaduun isaaf gaarii dha mitii ree>> Kunis immoo harka Waaqayyoo keessaa akka dhufu nan arge; See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa24 Namni nyaatee dhugee hojii isaatti gammaduu caalaa homaa gochuu hin dandaʼu. Ani akka wanni kun harka Waaqaatii dhufe nan arge; See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ24 ነምን ኛቴ ዹጌ ሆጂሳት ገመዱ ጫላ ሆማ ጎቹ ህንደንደኡ። አን አከ ወን ኩን ሀርከ ዋቃቲ ዹፌ ነንአርጌ፤ See the chapter |