Lallaba 2:23 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo23 Barri isaa hundinuu dhiphinaan, wanti inni itti dadhabus gaddaan guutuu dha; halkan illee yaadni isaa boqonnaa hin qabu; kunis immoo wanta waa'ee hin baafnee dha*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda DhiΚΌaa23 Hojiin isaa bara jireenya isaa hunda rakkinaa fi gadda; sammuun isaa halkan iyyuu hin boqotu. Kunis waan faayidaa hin qabnee dha. See the chapterαα³α ααααα£ αα« α αα« αα«23 αααα³ α α¨ α α¬αα³ ααα° α¨ααα αα°α€ α°ααα³ ααα¨αα© α αα¦αα±α’ α©αα΅ αα ααα³ α ααα₯ααΈα’ See the chapter |