Online Bible

- Advertisements -




Lallaba 2:21 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

21 namni tokko ogummaa, beekumsaa fi harka-tolinaan wanta itti dadhabee hojjete hundumaa nama isa hin hojjetiniif dhiisuun giddii itti in ta'a; kunis immoo wanta waa'ee hin baafnee dha, guddaas nama in gaddisiisa;

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

21 Namni tokko hojii isaa ogummaan, beekumsaa fi harka toliisaan hojjetee ergasii immoo waan qabu hunda nama homaa itti hin dadhabiniif dhiisuu qabaatii. Wanni kunis faayidaa hin qabu; hammina guddaadhas.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

21 ነምን ቶኮ ሆጂሳ ኦጉማን፣ ቤኩምሳፊ ሀርከ ቶሊሳን ሆጄቴ ኤርገሲሞ ዋን ቀቡ ሁንደ ነመ ሆማ እት ህንደዸብኒፍ ዺሱ ቀባቲ። ወን ኩንስ ፋይዳ ህንቀቡ፤ ሀምነ ጉዳዸስ።

See the chapter Copy




Lallaba 2:21

Follow us:

Advertisements


Advertisements