Lallaba 2:20 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo20 Kanaafan wanta harki koo aduu jalatti itti dadhabe hundumaaf deebi'ee garaa kutadhe; See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa20 Kanaafuu garaan koo sababii hojii koo dadhabsiisaa ani aduudhaa gaditti itti dadhabe hundaatiif abdii kutachuu jalqabe. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ20 ከናፉ ገራንኮ ሰበቢ ሆጂኮ ደዸብሲሳ አን አዱዻ ገድት እት ደዸቤ ሁንዳቲፍ አብዲ ኩተቹ ጀልቀቤ። See the chapter |