Lallaba 2:19 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo19 namichi sun nama ogeessa yookiis gowwaa ta'uu isaa eenyutu beeka>> Garuu inni wanta ani aduu jalatti itti dadhabee ogummaadhaan hojjedhe irratti gooftaa in ta'a; kunis immoo wanta waa'ee hin baafnee dha*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa19 Eenyutu akka inni ogeessa yookaan gowwaa taʼu beeka? Taʼus inni hojii ani aduudhaa gaditti yaalii fi ogummaa koo itti dhangalaase hundatti abbaa taʼa. Kunis faayidaa hin qabu. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ19 ኤኙቱ አከ እን ኦጌሰ ዮካን ጎዋ ተኡ ቤከ? ተኡስ እን ሆጂ አን አዱዻ ገድት ያሊፊ ኦጉማኮ እት ዸንገላሴ ሁንደት አባ ተአ። ኩንስ ፋይዳ ህንቀቡ። See the chapter |