Lallaba 2:16 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo16 Seenaan nama ogeessaa seenaa nama gowwaa irra caalee bara baraan hin yaadatamu; baroonni yommuu darban hundumti isaa in irraanfatama; namni ogeessi attamitti akkuma nama gowwaatti du'a ree*! See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa16 Ogeessi akkuma gowwaa yeroo dheeraaf hin yaadatamuutii; bara dhufuuf jiru keessa isaan lachuu ni irraanfatamu. Ogeessis akkuma gowwaa duʼuu qaba! See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ16 ኦጌስ አኩመ ጎዋ ዬሮ ዼራፍ ህንያደተሙቲ፤ በረ ዹፉፍ ጅሩ ኬሰ እሳን ለቹ ንእራንፈተሙ። ኦጌስስ አኩመ ጎዋ ዱኡ ቀበ! See the chapter |