Online Bible

- Advertisements -




Lallaba 2:15 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

15 Egaa,<<Wanti nama gowwaatti dhufu anattis in dhufa erga ta'ee, maaliifan ogeessa ta'e ree?>> jedheen garaa kootti yaade; kana irrattan, <<Kunis immoo wanta waa'ee hin baafnee dha>> jedhe.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

15 Ergasii ani akkana jedheen garaa koo keessatti nan yaade; “Wanni gowwaa quunname, anaanis ni quunnama; yoos ani ogeessa taʼuudhaan maalan argadha ree?” Ani garaa koo keessatti, “Kunis faayidaa hin qabu” nan jedhe.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

15 ኤርገሲ አን አከነ ጄዼን ገራኮ ኬሰት ነንያዴ፤ “ወን ጎዋ ቁነሜ፣ አናንስ ንቁነመ፤ ዮስ አን ኦጌሰ ተኡዻን ማለን አርገዸሬ?” አን ገራኮ ኬሰት፣ “ኩንስ ፋይዳ ህንቀቡ” ነንጄዼ።

See the chapter Copy




Lallaba 2:15

Follow us:

Advertisements


Advertisements