Online Bible

- Advertisements -




Lallaba 2:14 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

14 namni ogeessi yaada guutuudhaan in arga, namni gowwaan garuu, dukkana keessa deddeebi'a; wanti lachuu isaaniitti dhufu garuu tokkichuma akka ta'e hubadheera*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

14 Ogeessi mataa isaa keessaa ija qaba; gowwaan garuu dukkana keessa deema; ani garuu akka galgalli isaan lamaanii tokkuma taʼe nan hubadhe.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

14 ኦጌስ መታሳ ኬሳ እጀ ቀበ፤ ጎዋን ገሩ ዱከነ ኬሰ ዴመ፤ አን ገሩ አከ ገልገል እሳን ለማኒ ቶኩመ ተኤ ነንሁበዼ።

See the chapter Copy




Lallaba 2:14

Follow us:

Advertisements


Advertisements