Lallaba 2:12 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo12 Ani kana irratti ogummaa, maraatummaa, gowwummaas deebi'ee ilaaluutti nan ka'e; namni, mootii tokko booddeedhaan mootii ta'uuf jiru, isa dur hojjetame irra kan caalu maal hojjechuu danda'a ree*>> See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa12 Anis yaada koo gara ogummaa, maraatummaa fi gowwummaa hubachuutti nan deebifadhe. Namni mootii iddoo buʼu tokko waan duraan hojjetame caalaa maal gochuu dandaʼa? See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ12 አንስ ያደኮ ገረ ኦጉማ፣ መራቱማፊ ጎዉማ ሁበቹት ነንዴብፈዼ። ነምን ሞቲ እዶ ቡኡ ቶኮ ዋን ዱራን ሆጄተሜ ጫላ ማል ጎቹ ደንደአ? See the chapter |