Lallaba 2:11 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo11 Garuu wanta harki koo hojjetee fi wantan itti dadhabe hundumaa gara galee yommuun ilaalu, wanti kun hundinuu waa'ee hin baasu, akka nama qilleensa ari'uu tis; aduu jala wanti bu'aa qabu hin jiru*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa11 Taʼus ani yeroon waan harki koo hojjete hundaa fi waanan argachuuf jedhee itti dadhabe hubadhee ilaaletti, wanni hundi akkuma bubbee ariʼuuti malee faayidaa hin qabu ture; aduudhaa gaditti buʼaan tokko iyyuu hin turre. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ11 ተኡስ አን ዬሮን ዋን ሀርክኮ ሆጄቴ ሁንዳፊ ዋነን አርገቹፍ ጄዼ እት ደዸቤ ሁበዼ እላሌት፣ ወን ሁንድ አኩመ ቡቤ አርኡት መሌ ፋይዳ ህንቀቡ ቱሬ፤ አዱዻ ገድት ቡኣን ቶኮዩ ህንቱሬ። See the chapter |