Lallaba 2:10 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo10 Wanta iji koo hawwe hundumaa ani hin dhowwanne, garaa koos gammaduu irraa hin dhowwine; wanta ani itti dadhabe hundumaatti garaan koo in gammada, wanta ani itti dadhabe hundumaa keessaa, kun qooda koo ture. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa10 Ani waan iji koo hawwe hunda isa hin dhowwine; garaa koos gammachuu tokko illee hin lagne. Garaan koo hojii koo hundatti gammade; kunis dadhabbii koo hundaaf badhaasa ture. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ10 አን ዋን እጅኮ ሀዌ ሁንደ እሰ ህንዾውኔ፤ ገራኮስ ገመቹ ቶኮሌ ህንለግኔ። ገራንኮ ሆጂኮ ሁንደት ገመዴ፤ ኩንስ ደዸቢኮ ሁንዳፍ በዻሰ ቱሬ። See the chapter |