Online Bible

- Advertisements -




Lallaba 2:1 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

1 Ani ofii kootii,<<Mee dhaqeen gammachuu qoree, wanta gaariis ilaala!>> jedhee nan ka'e; kunoo, kunis immoo wanta waa'ee hin baafnee dha*;

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

1 Ani garaa koo keessatti, “Ani waan gaarii barbaaduudhaaf gammachuudhaan sin qoraatii mee kottu” jedheen yaade. Garuu wanni kunis waan faayidaa hin qabne taʼuu isaa nan mirkaneeffadhe.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

1 አን ገራኮ ኬሰት፣ “አን ዋን ጋሪ በርባዱዻፍ ገመቹዻን ስን ቆራቲ ሜ ኮቱ” ጄዼን ያዴ። ገሩ ወን ኩንስ ዋን ፋይዳ ህንቀብኔ ተኡሳ ነንምርከኔፈዼ።

See the chapter Copy




Lallaba 2:1

Follow us:

Advertisements


Advertisements