Lallaba 1:8 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo8 Wanti hundinuu hamma namni isa dubbachuu dadhabutti, nama dadhabsiisa; iji argu hin quufu; gurris dhaga'uudhaan hin guutu*; See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa8 Wanni hundinuu hamma namni tokko dubbachuu dandaʼu caalaa dadhabsiisaa dha. Iji argee hin quufu; yookaan gurri dhagaʼee hin guutu. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ8 ወን ሁንድኑ ሀመ ነምን ቶኮ ዱበቹ ደንደኡ ጫላ ደዸብሲሳዸ። እጅ አርጌ ህንቁፉ፤ ዮካን ጉር ዸገኤ ህንጉቱ። See the chapter |