Lallaba 1:7 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo7 Lagoonni hundinuus gara galaanaatti in yaa'u, galaanichi garuu hin guutu; lagoonni sunis gara dhufanitti in deebi'u, achiis deebi'anii in yaa'u. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa7 Lagni hundi galaanatti yaaʼa; galaanni garuu hin guutu. Lageen garuma dhufanitti deebiʼanii yaaʼu. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ7 ለግን ሁንድ ገላነት ያአ፤ ገላን ገሩ ህንጉቱ። ለጌን ገሩመ ዹፈንት ዴብአኒ ያኡ። See the chapter |