አቦቲ ሙርቲ 2:21 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo21 Kanaafis saba warra yeroo Iyaasuun du'e achitti hafan sana, ani immoo fuula isaanii duraa ari'ee hin baasu. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa21 ani siʼachi saboota Iyyaasuun yeroo duʼetti isaan gidduutti dhiise sana isaan duraa ariʼee hin baasu. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ21 አን ስአች ሰቦተ እያሱን ዬሮ ዱኤት እሳን ግዱት ዺሴ ሰነ እሳን ዱራ አርኤ ህንባሱ። See the chapter |