አቦቲ ሙርቲ 2:19 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo19 Akkuma abbaan firdii sun du'een garuu deebi'anii dhaloota isaan dura turan caalaa hammaatanii, waaqayyolii biraa duukaa bu'anii, isaaniif in hojjetu, in sagaduufis turan; hojii isaaniitii fi mata-jabina isaanii keessaas tokko illee hin dhiifne. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa19 Yommuu abbaan murtii sun duʼu garuu isaan waaqota biraa duukaa buʼuudhaan, tajaajiluu fi isaan waaqeffachuudhaan abbootii isaanii iyyuu caalaa gara hamminaatti deebiʼan. Hojii hamminaatii fi mataa jabina isaanii irraas hin deebiʼan ture. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ19 ዮሙ አባን ሙርቲ ሱን ዱኡ ገሩ እሳን ዋቆተ ብራ ዱካ ቡኡዻን፣ ተጃጅሉፊ እሳን ዋቄፈቹዻን አቦቲሳኒዩ ጫላ ገረ ሀምናት ዴብአን። ሆጂ ሀምናቲፊ መታ ጀብነሳኒራስ ህንዴብአን ቱሬ። See the chapter |