አቦቲ ሙርቲ 2:18 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo18 Waaqayyo abbaa firdii yommuu isaaniif kaasu, bara jireenya abbaa firdii sanaa hundumaatti isaa wajjin ta'ee, Israa'eloota harka diinota isaanii keessaa in baasa ture; namoonni waan isaan rakkisanii cunqursaniif yeroo isaan aadanitti immoo Waaqayyo isaaniif in oo'e. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa18 Waaqayyo yeroo abbaa murtii tokko isaanii kaasetti hamma abbaan murtii sun jirutti isa wajjin jiraatee harka diinota isaanii jalaa isaan baasa ture; Waaqayyo yeroo isaan sababii warra isaan cunqursanii fi warra isaan miidhaniitiin wawwaatanitti garaa laafaaf tureetii. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ18 ዋቀዮ ዬሮ አባ ሙርቲ ቶኮ እሳኒ ካሴት ሀመ አባን ሙርቲ ሱን ጅሩት እሰ ወጅን ጅራቴ ሀርከ ዲኖተሳኒ ጀላ እሳን ባሰ ቱሬ፤ ዋቀዮ ዬሮ እሳን ሰበቢ ወረ እሳን ጩንቁርሰኒፊ ወረ እሳን ሚዸኒቲን ወዋተንት ገራ ላፋፍ ቱሬቲ። See the chapter |