አቦቲ ሙርቲ 2:15 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo15 Waaqayyo akkuma kakuudhaan isaanitti dubbatee turetti, yeroo lolaaf ba'an hundumaatti waan hamaa isaanitti in fida ture; kanaafis yaadni isaanii guddaa in dhiphate*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa15 Yommuu Israaʼeloonni lolaaf baʼanitti akkuma inni duraan kakate sanatti harki Waaqayyoo isaanitti hammaatee akka isaan moʼataman godha ture. Isaanis rakkina guddaa keessa buʼan. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ15 ዮሙ እስራኤሎን ሎላፍ በአንት አኩመ እን ዱራን ከከቴ ሰነት ሀርክ ዋቀዮ እሳንት ሀማቴ አከ እሳን ሞአተመን ጎዸ ቱሬ። እሳንስ ረክነ ጉዳ ኬሰ ቡአን። See the chapter |