አቦቲ ሙርቲ 2:13 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo13 Waaqayyoon dhiisanii Ba'aalii fi Ashtaarot waaqayyittii tolfamtuu in waaqessan. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa13 isaan isa dhiisanii Baʼaalii fi Ashtooretin waaqeffataniiruutii. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ13 እሳን እሰ ዺሰኒ በኣሊፊ አሽቶሬትን ዋቄፈተኒሩቲ። See the chapter |