አቦቲ ሙርቲ 2:12 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo12 Waaqayyoon goofticha isa abboonni isaanii sagadaniif, isa biyya Gibxiitii isaan baase dhiisanii, saba naannoo isaanii jiran duukaa bu'anii waaqayyolii tolfamoo isaaniitiif in sagadan; kanaanis Waaqayyoon in dheekkamsiisan. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa12 Isaan Waaqayyo Waaqa abbootii isaanii kan Gibxii isaan baase sana ni dhiisan. Waaqota adda addaa kanneen saboota naannoo isaanii jiraatanii duukaa buʼan; ni waaqeffatanis. Waaqayyonis dheekkamsaaf kakaasan; See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ12 እሳን ዋቀዮ ዋቀ አቦቲሳኒ ከን ግብጢ እሳን ባሴ ሰነ ንዺሰን። ዋቆተ አደ አዳ ከኔን ሰቦተ ናኖሳኒ ጅራተኒ ዱካ ቡአን፤ ንዋቄፈተንስ። ዋቀዮንስ ዼከምሳፍ ከካሰን፤ See the chapter |