Online Bible

- Advertisements -




አቦቲ ሙርቲ 1:8 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

8 Yommus namoonni Yihudaa mandara Yerusaalemitti duulanii in qabatan; namoota mandaricha keessa jiraatan billaadhaan fixanii, mandarichattis ibidda in naqan*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

8 Namoonni Yihuudaa Yerusaalemiinis akkasuma dhaʼanii qabatan. Magaalattiis goraadeedhaan dhaʼanii ibidda itti qabsiisan.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

8 ነሞትን ይሁዳ ዬሩሳሌሚንስ አከሱመ ዸአኒ ቀበተን። መጋለቲስ ጎራዴዻን ዸአኒ እብደ እት ቀብሲሰን።

See the chapter Copy




አቦቲ ሙርቲ 1:8

Follow us:

Advertisements


Advertisements