Online Bible

- Advertisements -




አቦቲ ሙርቲ 1:5 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

5 Mootii,<<Adonii-Bezeq>> jedhamus achumatti argatanii isa lolanii, Kana'aanotaa fi Pheriizota warra hafan in rukutan.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

5 Achittis Adoonii-Bezeq arganii isa lolan; Kanaʼaanotaa fi Feerzotas moʼatan.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

5 አችትስ አዶኒ-ቤዜቅ አርገኒ እሰ ሎለን፤ ከነኣኖታፊ ፌርዞተስ ሞአተን።

See the chapter Copy




አቦቲ ሙርቲ 1:5

Follow us:

Advertisements


Advertisements