Hooseʼaa 1:2 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Waaqayyo dura karaa Hose'a yeroo dubbatetti, Hose'aadhaan,<<Biyyichi Waaqayyoon dhiisuu isaatiin ejja guddaa keessa lixeera; kanaaf dhaqi, dubartii ejjituu fuudhi, ijoollee ejjaas godhadhu!>> jedhe*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 Yeroo Waaqayyo karaa Hooseʼaatiin dubbachuu jalqabetti Waaqayyo akkana isaan jedhe; “Sababii biyyattiin Waaqayyo irraa gortee yakka sagaagalummaa guddaa isaa hojjetteef ati dhaqiitii niitii sagaagaltuu fi ijoollee hin amanamne ofii keetiif fudhadhu.” See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 ዬሮ ዋቀዮ ከራ ሆሴኣቲን ዱበቹ ጀልቀቤት ዋቀዮ አከነ እሳን ጄዼ፤ “ሰበቢ ብየቲን ዋቀዮራ ጎርቴ የከ ሰጋገሉማ ጉዳሳ ሆጄቴፍ አት ዸቂቲ ኒቲ ሰጋገልቱፊ እጆሌ ህንአመነምኔ ኦፊኬቲፍ ፉዸዹ።” See the chapter |