Haagee 2:9 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 <<Ulfinni mana isa ammaa kanaa ulfina mana isa durii irra in caala; ani iddoo kanatti nagaa nan kenna>> jedha Waaqayyo gooftaan maccaa, jedhiitii itti himi!>> jedhe; kana Waaqayyo gooftaa maccaatu dubbate*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 ‘Ulfinni mana ammaa kun ulfina mana duraa sanaa ni caala’ jedha Waaqayyo Waan Hunda Dandaʼu. ‘Anis iddoo kanatti nagaa nan kenna’ jedha Waaqayyo Waan Hunda Dandaʼu.” See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 ‘ኡልፍን መነ አማ ኩን ኡልፍነ መነ ዱራ ሰና ንጫለ’ ጄዸ ዋቀዮ ዋን ሁንደ ደንደኡ። ‘አንስ እዶ ከነት ነጋ ነንኬነ’ ጄዸ ዋቀዮ ዋን ሁንደ ደንደኡ።” See the chapter |