Haagee 2:7 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo7 saba lafa irraa hundumaa nan sochoosa, badhaadhummaan saba lafa irraa hundinuu as in fidama; ani mana kana ulfinaan nan guuta; kana ana Waaqayyo gooftaa maccaatu dubbate*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa7 Ani saboota hunda nan raasa; qabeenyi sabootaa hundi ni dhufa; anis mana kana ulfinaan nan guuta’ jedha Waaqayyo Waan Hunda Dandaʼu. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ7 አን ሰቦተ ሁንደ ነንራሰ፤ ቀቤኝ ሰቦታ ሁንድ ንዹፈ፤ አንስ መነ ከነ ኡልፍናን ነንጉተ’ ጄዸ ዋቀዮ ዋን ሁንደ ደንደኡ። See the chapter |