Online Bible

- Advertisements -




Haagee 2:3 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

3 Isaaniinis,<<Isin keessaa namni manni kun dur attam ulfina-qabeessa akka ture yaadatu jiraa>> Amma immoo inni maal fakkaata>> Inni akkuma waan hin jirree ti mitii ree?>> jedhi*!

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

3 ‘Isin keessaa namni mana kana ulfina isaa kan duraa sana argee amma iyyuu jiru eenyu? Inni amma maal isinitti fakkaata? Waanuma faayidaa hin qabne tokko isinitti hin fakkaatuu?

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

3 ‘እስን ኬሳ ነምን መነ ከነ ኡልፍነሳ ከን ዱራ ሰነ አርጌ አመዩ ጅሩ ኤኙ? እን አመ ማል እስንት ፈካተ? ዋኑመ ፋይዳ ህንቀብኔ ቶኮ እስንት ህንፈካቱ?

See the chapter Copy




Haagee 2:3

Follow us:

Advertisements


Advertisements