Online Bible

- Advertisements -




Haagee 2:23 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

23 Guyyaa sanatti ani Waaqayyo gooftaan maccaa, si garbicha koo Zarubaabel ilma She'altii'el si fo'adhee akka amartii mallattoo kootii sin godhadha>> jedha>> jedhe; kana Waaqayyo gooftaatu dubbate*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

23 “ ‘Guyyaa sana’ jedha Waaqayyo Waan Hunda Dandaʼu; ‘Yaa tajaajilaa koo Zarubaabel ilma Sheʼaltiiʼeel, ani sin fudhadha’ jedha Waaqayyo; ‘Ani waanan si filadheef akka qubeelaa chaappaa koo sin godhadha’ jedha Waaqayyo Waan Hunda Dandaʼu.”

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

23 “ ‘ጉያ ሰነ’ ጄዸ ዋቀዮ ዋን ሁንደ ደንደኡ፤ ‘ያ ተጃጅላኮ ዘሩባቤል እልመ ሼአልቲኤል፣ አን ስን ፉዸዸ’ ጄዸ ዋቀዮ፤ ‘አን ዋነን ስፍለዼፍ አከ ቁቤላ ቻፓኮ ስን ጎዸዸ’ ጄዸ ዋቀዮ ዋን ሁንደ ደንደኡ።”

See the chapter Copy




Haagee 2:23

Follow us:

Advertisements


Advertisements