Online Bible

- Advertisements -




Haagee 2:22 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

22 teessoo mootummootaa gara nan galcha, humna mootummoota saba lafa irraas nan balleessa, konkolaataa isaanii fi abboota fardeenii isaanii garan gaggalcha, fardeenii fi abboonni fardeenii adda addaan billaa walii walii isaaniitiin in dhumu*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

22 Ani teessoo moototaa nan garagalcha; humna mootummoota biyya alaas nan barbadeessa. Ani gaariiwwanii fi ooftota isaanii nan garagalcha; fardeenii fi warra fardeen yaabbatan ni kufu; tokkoon tokkoon isaanii goraadee obboleessa isaaniitiin ni kufu.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

22 አን ቴሶ ሞቶታ ነንገረገልቸ፤ ሁምነ ሞቱሞተ ብየ አላስ ነንበርበዴሰ። አን ጋሪወኒፊ ኦፍቶተሳኒ ነንገረገልቸ፤ ፈርዴኒፊ ወረ ፈርዴን ያበተን ንኩፉ፤ ቶኮን ቶኮንሳኒ ጎራዴ ኦቦሌሰሳኒቲን ንኩፉ።

See the chapter Copy




Haagee 2:22

Follow us:

Advertisements


Advertisements