Online Bible

- Advertisements -




Haagee 2:19 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

19 Sanyiin gombisaa keessa hin jiru yoo ta'e iyyuu, mukti waynii, mukti harbuu, mukti rumaanii fi mukti ejersaa ija hin godhanne yoo ta'e iyyuu, ani har'aa jalqabee isin nan eebbisa>> jedha*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

19 Amma iyyuu sanyiin gombisaa keessatti hafe tokko iyyuu jiraa? Hamma ammaatti mukni wayiniitii fi mukni harbuu, roomaanii fi mukni ejersaa ija hin naqanne. “ ‘Ani guyyaa kanaa jalqabee isin nan eebbisa.’ ”

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

19 አመዩ ሰኚን ጎምብሳ ኬሰት ሀፌ ቶኮዩ ጅራ? ሀመ አማት ሙክን ወይኒቲፊ ሙክን ሀርቡ፣ ሮማኒፊ ሙክን ኤጄርሳ እጀ ህንነቀትኔ። “ ‘አን ጉያ ከና ጀልቀቤ እስን ነንኤብሰ።’ ”

See the chapter Copy




Haagee 2:19

Follow us:

Advertisements


Advertisements