Online Bible

- Advertisements -




Haagee 2:18 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

18 Egaa guyyaa har'aatii jalqabee gara fuula duraatti ji'a salgaffaa, ji'icha keessaa guyyaa digdamii afuraffaa, guyyaa hundeen mana qulqullummaa itti kaa'ame kana garaatti qabadhaa!

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

18 Guyyaa kanaa jalqabaatii jechuunis guyyaa digdamii afuraffaa jiʼa saglaffaa kanaa jalqabaatii hamma guyyaa hundeen mana qulqullummaa Waaqayyoo buufameetti of eeggannaadhaan qalbeeffadhaa.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

18 ጉያ ከና ጀልቀባቲ ጄቹንስ ጉያ ድግደሚ አፉረፋ ጅአ ሰግለፋ ከና ጀልቀባቲ ሀመ ጉያ ሁንዴን መነ ቁልቁሉማ ዋቀዮ ቡፈሜት ኦፍ ኤገናዻን ቀልቤፈዻ።

See the chapter Copy




Haagee 2:18

Follow us:

Advertisements


Advertisements