Online Bible

- Advertisements -




Haagee 2:16 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

16 Yeroo sana namni,<<Guuboo digdama nan argadha>> jedhee gara tuullaa midhaanii dhaqu, guuboo kudhan duwwaa in argata; yommuu inni,<<Liitrii dhibba laman argadha>> jedhee gara qodaa waynii itti cuunfanii dhaqu, liitrii saddeettama duwwaa in argata;

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

16 Namni kam iyyuu yeroo gara tuullaa safartuu digdamaa dhufetti safartuu kudhan qofa argate. Namni kam iyyuu yeroo daadhii wayinii safartuu shantama waraabbachuuf gara boolla itti wayinii cuunfanii dhaqetti safartuu digdama qofa argate.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

16 ነምን ከምዩ ዬሮ ገረ ቱላ ሰፈርቱ ድግደማ ዹፌት ሰፈርቱ ኩዸን ቆፈ አርገቴ። ነምን ከምዩ ዬሮ ዳዺ ወይኒ ሰፈርቱ ሸንተመ ወራበቹፍ ገረ ቦለ እት ወይኒ ጩንፈኒ ዸቄት ሰፈርቱ ድግደመ ቆፈ አርገቴ።

See the chapter Copy




Haagee 2:16

Follow us:

Advertisements


Advertisements