Haagee 2:15 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo15 Waaqayyo,<<Mana qulqullummaa dhagaadhaan ijaaruu utuu hin jalqabin waan ta'aa ture ba'eessa godhaatii yaadadhaa! See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa15 “ ‘Egaa guyyaa kanaa jalqabaatii of eeggannaadhaan qalbeeffadhaa; mana qulqullummaa Waaqayyoo keessatti haala utuu dhagaan tokko dhagaa kaan irra hin kaaʼamin dura ture hubadhaa. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ15 “ ‘ኤጋ ጉያ ከና ጀልቀባቲ ኦፍ ኤገናዻን ቀልቤፈዻ፤ መነ ቁልቁሉማ ዋቀዮ ኬሰት ሃለ ኡቱ ዸጋን ቶኮ ዸጋ ካንረ ህንካአምን ዱረ ቱሬ ሁበዻ። See the chapter |