Haagee 2:14 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo14 Kana irratti Haageen,<<Sabni kun, namoonni kunis ana duratti akkasuma wanti isaan harka isaaniitiin hojjetan, wanti isaan iddoo sanatti dhi'eessanis akkasuma xuraa'aa dha; kana Waaqayyotu dubbate>> jedhe*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa14 Haageen akkana jedhe; “ ‘Uummanni kunii fi sabni kun fuula koo duratti akkasuma’ jedha Waaqayyo. ‘Wanni isaan hojjetan hundii fi wanni isaan achitti dhiʼeessan hundi xuraaʼaa dha. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ14 ሃጌን አከነ ጄዼ፤ “ ‘ኡመን ኩኒፊ ሰብን ኩን ፉለኮ ዱረት አከሱመ’ ጄዸ ዋቀዮ። ‘ወን እሳን ሆጄተን ሁንዲፊ ወን እሳን አችት ዽኤሰን ሁንድ ጡራኣዸ። See the chapter |