Online Bible

- Advertisements -




Haagee 2:12 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

12 Namni tokko foon addaan baafame fiixee uffata isaatiitti baatee utuu adeemuu, fiixeen uffatichaa buddeenichatti yookiis ittootti yoo bu'e yookiis daadhii waynii yookiis dhadhaa ejersaa yookiis waan nyaatamu tokko yoo tuqe, wanti sun kanaan qulqulluu in ta'aa ree?>> jedha>> jedhe. Luboonnis deebisanii<<Lakkii>> jedhan*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

12 yoo namni tokko foon qulqulleeffamee Waaqaaf kenname fuudhee dachaa wayyaa isaa keessatti baatee wayyaan sun buddeena yookaan ittoo, daadhii wayinii, zayitii yookaan nyaata gosa biraa tuqe, nyaanni sun ni qulqulleeffamaa?’ ” Luboonnis, “Waawuu” jedhanii deebisaniif.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

12 ዮ ነምን ቶኮ ፎን ቁልቁሌፈሜ ዋቃፍ ኬነሜ ፉዼ ደቻ ወያሳ ኬሰት ባቴ ወያን ሱን ቡዴነ ዮካን እቶ፣ ዳዺ ወይኒ፣ ዘይቲ ዮካን ኛተ ጎሰ ብራ ቱቄ፣ ኛትን ሱን ንቁልቁሌፈማ?’ ” ሉቦንስ፣ “ዋዉ” ጄዸኒ ዴብሰኒፍ።

See the chapter Copy




Haagee 2:12

Follow us:

Advertisements


Advertisements