Online Bible

- Advertisements -




Haagee 1:6 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

6 Baay'ee facaaftu, muraasa galfattu; in nyaattu, garuu beela hin baatan; in dhugdu, garuu hin quuftan; in uffattu, garuu isinitti hin ho'u; namni qacaramee hojjetus mindaa argatu korojoo tarsa'aa keessa in kaa'ata>> jedha*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

6 Isin sanyii baayʼee facaafattanii waan xinnoo haammattaniirtu. Isin ni nyaattu; garuu hin quuftan. Ni dhugdu; garuu dheebuu hin baatan. Wayyaa ni uffattu; garuu isinitti hin hoʼu. Namni mindaa fudhatu akkuma nama mindaa isaa korojoo tarsaʼaa keessa kaaʼatuu ti.”

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

6 እስን ሰኚ ባይኤ ፈጫፈተኒ ዋን ጥኖ ሃመተኒርቱ። እስን ንኛቱ፤ ገሩ ህንቁፍተን። ንዹግዱ፤ ገሩ ዼቡ ህንባተን። ወያ ንኡፈቱ፤ ገሩ እስንት ህንሆኡ። ነምን ምንዳ ፉዸቱ አኩመ ነመ ምንዳሳ ኮሮጆ ተርሰኣ ኬሰ ካአቱት።”

See the chapter Copy




Haagee 1:6

Follow us:

Advertisements


Advertisements