Haagee 1:4 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 <<Yaa saba ko, manni qulqullummaa koo kun diigamee utuu jiruu isin ofii keessanii mana ba'eessa ta'ee ijaarame keessa taa'uun yeroo isaa tii ree?>> jedhe*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 “Yeroon kun yeroo isin utuu manni kun diigamee jiruu manneen keessan kanneen miidhagfaman keessa jiraattaniidhaa?” See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 “ዬሮን ኩን ዬሮ እስን ኡቱ መን ኩን ዲገሜ ጅሩ መኔንኬሰን ከኔን ሚዸግፈመን ኬሰ ጅራተኒዻ?” See the chapter |