Haagee 1:13 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo13 Kanaaf Haageen inni Waaqayyo erge sun, ergaa kanatti fufee jiru sabatti in hime. Waaqayyo,<<Ani isinii wajjinan jira>> jedhee dubbateera*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa13 Ergasii Haageen ergamaan Waaqayyoo sun akkana jedhee ergaa Waaqayyoo kana sabatti hime: “Ani isin wajjinan jira” jedha Waaqayyo. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ13 ኤርገሲ ሃጌን ኤርገማን ዋቀዮ ሱን አከነ ጄዼ ኤርጋ ዋቀዮ ከነ ሰበት ህሜ፦ “አን እስን ወጅነን ጅረ” ጄዸ ዋቀዮ። See the chapter |