Fiilmoonaa 1:9 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 garuu ani Phaawulos jaarsichi, ammas Kristos Yesusiif jedhee kanan hidhame, jaalalaaf jedhee si gorsuu nan fo'adha*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 sababii jaalalaatiif cimseen si kadhadha. Egaa ani Phaawulos jaarsichii fi ammas Kiristoos Yesuusiif kanan hidhame, See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 ሰበቢ ጃለላቲፍ ጭምሴን ስ ከዸዸ። ኤጋ አን ጳዉሎስ ጃርስቺፊ አመስ ክርስቶስ ዬሱሲፍ ከነን ህዸሜ፣ See the chapter |