Faarfannaa 2:8 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo8 ana kadhadhu, anis saba hundumaa kan kee akka godhattuuf, laftis hamma andaara isaatti qabeenya kee akka ta'uuf siif nan kenna*; See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa8 Na kadhadhu; ani saboota dhaala kee, handaara lafaas qabeenya kee godhee siifan kenna. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ8 ነ ከዸዹ፤ አን ሰቦተ ዻለኬ፣ ሀንዳረ ለፋስ ቀቤኘኬ ጎዼ ሲፈን ኬነ። See the chapter |