Faarfannaa 2:2 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Waaqayyoon, isa inni dibee moosiseenis mormuudhaaf, mootonni lafa irraa in ka'u, warri biyya seerratanis walii wajjin taa'anii in mari'atu*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 Mootonni lafaa kaʼanii, bulchitoonnis Waaqayyoo fi Masiihii isaatiin mormuuf walitti qabaman; See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 ሞቶትን ለፋ ከአኒ፣ ቡልችቶትንስ ዋቀዮፊ መሲሂሳቲን ሞርሙፍ ወልት ቀበመን፤ See the chapter |