Online Bible

- Advertisements -




Efesoon 6:5 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

5 Isin warri garbummaa jala jirtan! Biyya lafaa kana irratti warra isin hojjechiifataniif sodaadhaa fi rom'aan, akka waan Kristosiif hojjettaniitti garaa qulqulluudhaan abboomamaaf*!

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

5 Yaa garboota, akkuma Kiristoosiif ajajamtanitti kabajaa fi sodaadhaan, garaa qulqulluunis gooftota keessan warra addunyaa kanaatiif ajajamaa.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

5 ያ ገርቦተ፣ አኩመ ክርስቶሲፍ አጀጀምተንት ከበጃፊ ሶዳዻን፣ ገራ ቁልቁሉንስ ጎፍቶተኬሰን ወረ አዱኛ ከናቲፍ አጀጀማ።

See the chapter Copy




Efesoon 6:5

Follow us:

Advertisements


Advertisements