Efesoon 6:22 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo22 Nuyi attamitti akka jirru akka beektaniif, innis immoo garaa keessan akka jajjabeessuuf, dhimma kanaaf gara keessanitti isa ergeera. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa22 Anis akka isin haala nu keessa jirru beektanii fi akka inni isin jajjabeessuuf, waanuma kanaaf jedhee ani gara keessanitti isa ergeera. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ22 አንስ አከ እስን ሃለ ኑ ኬሰ ጅሩ ቤክተኒፊ አከ እን እስን ጀጀቤሱፍ፣ ዋኑመ ከናፍ ጄዼ አን ገረኬሰንት እሰ ኤርጌረ። See the chapter |