Online Bible

- Advertisements -




Efesoon 6:21 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

21 Amma ani attamitti akkan jiru, maalittis akkan jiru, isinis immoo akka beektanitti, Xikiqoos obboleessi jaallatamaan, hojii gooftaattis amanamaan, waan hundumaa isinitti in hima*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda DhiΚΌaa

21 Xikiqoos obboleessi jaallatamaan, Gooftaattis tajaajilaan amanamaan haala ani keessa jiruu fi maal akka ani hojjechaa jiru akka beektaniif waan hundumaa isinitti hima.

See the chapter Copy

αŠ­α‰³α‰  α‰αˆα‰αˆ‰α£ αˆ‚αŠ« αŠ αˆ˜α‹« αˆƒαˆ«

21 ቲαŠͺα‰†αˆ΅ αŠ¦α‰¦αˆŒαˆ΅ αŒƒαˆˆα‰°αˆ›αŠ•α£ αŒŽαα‰³α‰΅αˆ΅ α‰°αŒƒαŒ…αˆ‹αŠ• αŠ αˆ˜αŠαˆ›αŠ• αˆƒαˆˆ αŠ αŠ• ኬሰ αŒ…αˆ©αŠ αˆ›αˆ አከ αŠ αŠ• αˆ†αŒ„α‰» αŒ…αˆ© አከ α‰€αŠ­α‰°αŠ’α α‹‹αŠ• αˆαŠ•α‹±αˆ› αŠ₯αˆ΅αŠ•α‰΅ αˆ…αˆ˜α’

See the chapter Copy




Efesoon 6:21

Follow us:

Advertisements


Advertisements