Efesoon 6:18 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo18 Kadhataa fi himata keessan hundumaa keessatti yeroo hundumaa hafuuraan geggeeffamaatii kadhadhaa! Egaa kadhachuutti dammaqaa, obsaanis itti jabaadhaa, warra Waaqayyoof qulqullaa'an hundumaafis kadhadhaa*! See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa18 Kadhannaa fi waammata gosa hundaa keessatti yeroo hunda Hafuuraan kadhadhaa. Kanas yaadatti qabachaa yeroo hunda dammaqaatii qulqulloota hundaaf jabaadhaa kadhadhaa. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ18 ከዸትናፊ ዋመተ ጎሰ ሁንዳ ኬሰት ዬሮ ሁንደ ሀፉራን ከዸዻ። ከነስ ያደት ቀበቻ ዬሮ ሁንደ ደመቃቲ ቁልቁሎተ ሁንዳፍ ጀባዻ ከዸዻ። See the chapter |