Online Bible

- Advertisements -




Efesoon 6:13 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

13 Kanaaf guyyaa hamaa sanatti mormitanii ittiin qabuu, mi'a guutummaatti hidhatan sanaanis lolatti dhaabachuu akka dandeessanitti, mi'a lolaa isa kan Waaqayyoo fudhadhaa!

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

13 Kanaafuu akka yommuu guyyaan hamaan sun dhufutti obsaan dhaabachuu dandeessaniif, waan kana hunda gochuunis akka jabaattanii dhaabattaniif miʼa lolaa kan Waaqaa guutuu hidhadhaa.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

13 ከናፉ አከ ዮሙ ጉያን ሀማን ሱን ዹፉት ኦብሳን ዻበቹ ደንዴሰኒፍ፣ ዋን ከነ ሁንደ ጎቹንስ አከ ጀባተኒ ዻበተኒፍ ምአ ሎላ ከን ዋቃ ጉቱ ህዸዻ።

See the chapter Copy




Efesoon 6:13

Follow us:

Advertisements


Advertisements