Online Bible

- Advertisements -




Efesoon 6:12 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

12 Nuyi namoota foon uffatanii wajjin wal'aansoo wal qabna miti; garuu humnoota aboo qabanii fi gooftummaa qaban, warra bantii waaqaa keessaa biyya lafaa isa dukkana keessa jiru kana seerratan, macca hafuurota hamminaa warra bantii waaqaa keessa jiraatanii wajjin wal'aansoo wal qabna*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

12 Walʼaansoon keenya bulchitoota wajjin, abbootii taayitaa wajjin, humnoota addunyaa dukkanaa kanaa fi humnoota hafuura hamaa iddoo samii keessa jiruu wajjin malee foonii fi dhiiga wajjin mitii.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

12 ወልኣንሶንኬኘ ቡልችቶተ ወጅን፣ አቦቲ ታይታ ወጅን፣ ሁምኖተ አዱኛ ዱከና ከናፊ ሁምኖተ ሀፉረ ሀማ እዶ ሰሚ ኬሰ ጅሩ ወጅን መሌ ፎኒፊ ዺገ ወጅን ምቲ።

See the chapter Copy




Efesoon 6:12

Follow us:

Advertisements


Advertisements