Efesoon 6:11 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo11 Haxxumaa Seexanaatiin mormuu akka dandeessanitti, mi'a lolaa isa kan Waaqayyoo guutummaatti hidhadhaa*! See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa11 Haxxummaa diiyaabiloosiin akka mormuu dandeessaniif miʼa lolaa kan Waaqaa guutuu hidhadhaa. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ11 ሀጡማ ዲያብሎሲን አከ ሞርሙ ደንዴሰኒፍ ምአ ሎላ ከን ዋቃ ጉቱ ህዸዻ። See the chapter |