Online Bible

- Advertisements -




Efesoon 5:4 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

4 Dubbii galateeffachiisu malee, dubbiin gurratti hin tolle, dubbiin midhaan hin qabne, qoosaan hin taanes hin dubbatamin*!

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

4 Galateeffachuu malee haasaan qaanii yookaan dubbiin gowwummaa kan faayidaa hin qabne yookaan qoosaan namatti hin tolle isin gidduu hin jiraatin.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

4 ገለቴፈቹ መሌ ሃሳን ቃኒ ዮካን ዱቢን ጎዉማ ከን ፋይዳ ህንቀብኔ ዮካን ቆሳን ነመት ህንቶሌ እስን ግዱ ህንጅራትን።

See the chapter Copy




Efesoon 5:4

Follow us:

Advertisements


Advertisements