Efesoon 5:3 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo3 Akka warra Waaqayyoof qulqullaa'aniitti jiraadhaa malee, halalummaan, xuraa'ummaan hundinuu, sassatis isin gidduutti hin dhaga'amin iyyuu*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa3 Garuu waaʼeen halalummaa yookaan xuraaʼummaa gosa kamii iyyuu yookaan waaʼeen doqnummaa gidduu keessanitti hin dhagaʼamin; wanni akkasii qulqulloota Waaqaa biratti hin barbaachisuutii. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ3 ገሩ ዋኤን ሀለሉማ ዮካን ጡራኡማ ጎሰ ከሚዩ ዮካን ዋኤን ዶቅኑማ ግዱኬሰንት ህንዸገአምን፤ ወን አከሲ ቁልቁሎተ ዋቃ ብረት ህንበርባችሱቲ። See the chapter |