Online Bible

- Advertisements -




Efesoon 5:28 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

28 Akkasuma immoo abbaan manaa akkuma dhagna ofii isaa jaallatutti, haadha manaa isaa jaallachuun in ta'aaf; namni haadha manaa isaa jaallatu ofii isaa in jaallata.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

28 Akkasuma immoo dhirsoonni niitota isaanii akkuma dhagna ofii isaaniitti jaallachuu qabu. Namni niitii ofii jaallatu of jaallata.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

28 አከሱመሞ ዽርሶትን ኒቶተሳኒ አኩመ ዸግነ ኦፊሳኒት ጃለቹ ቀቡ። ነምን ኒቲ ኦፊ ጃለቱ ኦፍ ጃለተ።

See the chapter Copy




Efesoon 5:28

Follow us:

Advertisements


Advertisements